Dubbii(Haasaan) jibbinsaa/HATE SPEECH/ jechuun #ilaalcha namoota dhunfaa, ykn garee Amantii,Sabaa,Sanyummaa ykn Haala qaama irratti Hundaa'uun dubbi/haasaa taasiifamu ykn Bu'aa miidiiyaa hawasaatii.

Kunis walitti deeddeebinsaa jechootaa namoota dhunfaa lama gidduutti gaggeefamuu jalqabee hanga Midiyaalee sab-qunnamtii gurguddoo irrattis hanga tamsasaahutti gahuu danda'a.
Kanaaf #haasaa(dubbii) #jibbinsaa_irraa_of_haa_qusannuu!!

TIKVAH-ETHIOPIA
@tsegabwolde @tikvahethiopia