Cooperative Bank of Oromia
81.9K subscribers
1.68K photos
62 videos
20 files
352 links
Coopbank is the fastest growing bank in Ethiopia with the highest number of customers from private banks. The bank has a vision of becoming the leading private bank in the country by the year 2025.
Download Telegram
Today's exchange rates from Cooperative Bank of Oromia that are applicable for September 24, 2024. Visit our website via the link.
https://coopbankoromia.com.et/daily-exchange-rates/
#Coopbank #exchange_rate
Baga Ganna Nagaan Baatanii Booqaa Birraa Argitan!

Maallaqa alaa karaa SWIFT keenya CBORETAA fi dhaabbilee daddabarsa maallaqaa baankii keenya waliin hojjetaniin ergame, dameewwan keenya 760 ol ta'anirraa yoo fudhattan, gatii olaanaatti isiniif jijjiirree, kennaa ayyaanaan harka isin fuunee, kaadhimamoo badhaasota hawwatoo garaa garaa isin taasifna.

እንኳን ከክረምቱ ጭጋግ ወደ ብርሃናማው ፀደይ በሰላም አሸጋገርዎ!

ከውጭ ሀገር በስዊፍት ኮዳችን CBORETAA ወይም ከኛ ጋር በሚሠሩ የገንዘብ አስተላላፊ ወኪሎች በኩል የተላከልዎትን ገንዘብ ከ760 በላይ ቅርንጫፎቻችን ሲቀበሉ፣ በከፍተኛ ዋጋ መንዝረን፣ በበዓል ስጦታዎች እጅ ነስተን፣ የብዙ አጓጊ ሽልማቶች እጩ እናደርግዎታለን!
#Coopbank #WinBig #HolidayGift #RemittanceRewards
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
"Argee moo argee, maalan argee? Baankii baankii caalu, dureessa biyyarra gandhaalu!"

Karnivaala Goobee
Waajjira Muummee Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaatti
Today's exchange rates from Cooperative Bank of Oromia that are applicable for September 25, 2024. Visit our website via the link.
https://coopbankoromia.com.et/daily-exchange-rates/
#Coopbank #exchange_rate
Kennaa ayyaanaa karaa SWIFT baankii keenyaa CBORETAA fi karaa dhaabbilee dabarsa maallaqaa nu waliin hojjataniin maallaqa biyya alaatii isinii ergame dameewwan keenya 760 ol irraa yoo fudhattan, nummoo kennaasaaniitti, kaffaltii dabalataa dhibbentaa 10 waliin kaasuu isin guunnee, kennaa ayyaanaan harka isin fuunee, kaadhimamoo badhaasota hedduu isin taasifna.
Ayyaana gaarii!

ለበዓሉ ስጦታ ከውጭ ሀገር በስዊፍት ኮዳችን CBORETAA እና ከኛ ጋር በሚሠሩ የገንዘብ አስተላላፊ ወኪሎች በኩል የተላከልዎትን ገንዘብ፣ በመላው ሀገሪቱ ካሉን ከ760 በላይ ቅርንጫፎች ሲቀበሉ፣ እኛ ደግሞ በ10 በመቶ ጉርሻ እና በበዓል ስጦታዎች እጅ ነስተን፣ የብዙ አጓጊ ሽልማቶች እጩ እናደርግዎታለን!
መልካም በዓል!
#Coopbank #CompetitiveExchangeRate #WinBig #HolydayGifts
Today's exchange rates from Cooperative Bank of Oromia that are applicable for September 26, 2024. Visit our website via the link.
https://coopbankoromia.com.et/daily-exchange-rates/
#Coopbank #exchange_rate
Firaaf aantee biyya alaatii qabdanirraa kennaan ayyaanaa karaa SWIFT baankii keenyaa CBORETAA fi karaa dhaabbilee dabarsa maallaqaa nu waliin hojjataniin yoo isinii ergame, dameewwan keenya 760 ol irraa kaffaltii dabalataa dhibbentaa 10 waliin harka guuttadhaa; kennaa ayyaanaas nubiraa fudhadhaa, achumaan carraa badhaasota hedduufis kaadhimamaa.
Ayyaana gaarii!

በውጭ ሀገር ከሚኖሩ ወዳጅ ዘመድዎ የበዓል ስጦታ በባንካችን SWIFT ኮድ CBORETAA እና ከኛ ጋር በሚሠሩ የገንዘብ አስተላላፊ ወኪሎች በኩል ከተላከልዎ ከ760 በላይ ከሚሆኑ ቅርንጫፎቻችን በ10 በመቶ ተጨማሪ ክፍያ እጅዎን ሞልተን የበዓል ስጦታዎች አበርክተንልዎ ለብዙ ሽልማቶችም እጩ እናደርግዎታለን።
መልካም በዓል!
#Coopbank #CompetitiveExchangeRate #WinBig #HolydayGifts
Baga Ayyaana Masqalaa Nagaan Geessan!
Ayyanichi kan nagaa fi kan gammachuu akka isiniif ta’u hawwina!
Ayyaana Gaarii!
Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa

እንኳን ለብርሃነ መስቀሉ በሰላም አደረሳችሁ!
በዓሉ የደስታና የፍቅር እንዲሆንላችሁ እንመኛለን፡፡
መልካም በዓል
የኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ
#Coopbank #Ethiopia
Today's exchange rates from Cooperative Bank of Oromia that are applicable for September 28, 2024. Visit our website via the link.
https://coopbankoromia.com.et/daily-exchange-rates/
#Coopbank #exchange_rate
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Coopbank Eco Branches: Bridging gaps, serving unbanked communities, and protecting our planet.
#Coopbank #AccessibilityForAll #EcoFriendlyBanking
Qormaatni gara jireenya keenyaatti dhufu kamuu, kalaqaa fi carraa guddinaa fida.
Weendii Luhaabee

ወደ ሕይወታችን የሚመጣ ማንኛውም ተግዳር ፈጠራን እና የእድገት እድሎችን ያመጣል።
ዌንዲ ሉሃቤ
#Coopbank #MondayMotivation #OpportunitiesInChallange
Today's exchange rates from Cooperative Bank of Oromia that are applicable for September 30, 2024. Visit our website via the link.
https://coopbankoromia.com.et/daily-exchange-rates/
#Coopbank #exchange_rate
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Gatii jijjiirraa fooyya'aan fudhadhaa; Kaadhimamoo badhaasota hawwatoos ta'aa!
#Coopbank #CompetitiveExchangeRate #WinBig
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
በተሻለ ምንዛሪ ዋጋ ይቀበሉ፤ ለአጓጊ ሽልማቶችም እጩ ይሁኑ!
#Coopbank #CompetitiveExchangeRate #WinBig
Today's exchange rates from Cooperative Bank of Oromia that are applicable for October 1, 2024. Visit our website via the link.
https://coopbankoromia.com.et/daily-exchange-rates/
#Coopbank #exchange_rate
We have unlocked a new milestone with Rabo-Partnership to address millions of farmers with digital F&A Banking solution.
#Coopbank #Coopdigitalfirst #Ethiopia